HomeLaw & Justice (Page 20)

Law & Justice

Geetaahun Laggasaatiin Finfinnee, Fulbaana 24/2022 - Humnootni nageenyaa hayyuu Oromoo beekamaa Gammachuu Magarsaa (PhD) guyyaa kaleessaa erga to’atee booda gadi lakkisuu, ilmi isaanii kan ta’an Soolan Gammachuu Addis Standarditti hime. Humnootni nageenyaa ganama sa’aatii 12:30 mana jireenyaasaaniitii fudhanii guyyaa guutuu erga to’annoo jala oolchanii booda galgalarra gadi

Read More

Zammana Kaasee Finfinnee, Fulbaana 21/2022 - Poolisiin Naannoo Amaaraa gaggeessaa beekamaa hidhattoota Faannoo, Zammana Kaasee, yookiin "qabsaa'aa Zammana" jedhamuun beekamu to'annoo jala oolchuun gara magaala guddittii naannichaa Baahirdaar fudhachuusaa ibseera. Akka miidiyaa naanichaa Korporeeshinii Miidiyaa Amaaraa (AMC) ibsa Hogganaa Itti aanaan Kutaa Qorannoo Tooftaa Poolisii Naannoo Amaaraa

Read More

Finfinnee, Fulbaana 19/2022- Haalli mirga namoomaa buqqaatota naannoo Tigraay fi naannoo Amaaraa Tigraay daangessan irraa buqqa’anii  buufata buqqaatotaa Jaarree Walloo Kibbaa irraa gara Giddugala Leenjii Poolisii Federaalaa Awaash Torba geeffaman deebii hatattamaa kan barbaadu ta’uu Komishiiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa ibsa dheengadda baaseen beeksise. Kana malees

Read More