HomeLaw & Justice (Page 19)

Law & Justice

Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee namoota himannaa kanaan himataman keessaa muraasa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkololeessa 11/2022 - Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasiim Abdullaahi jala himata “Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuu” jedhuun himataman baatii lama booda Jimaata darbe Onkololeessa 07, 2022 Mana Murtii

Read More

Suuraan bakka humnootni nageenyaa naannoo Gambellaa nama nagaa irratti ajjeechaa raawwatan keessaa tokko irraa kan fudhatame Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Fulbaana 29/2022 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gabaasa qorannoo sarbiinsa mirga namoomaa magaalaa Gambeellaatti hidhattootni humna nageenyaa naannichaa, Waraana Bilisummaa Oromoo (kan mootummaan Shanee jedhe waamu) fi

Read More

Finfinnee, Fulbaana 29/2022 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa haleellaa eenyummaa irratti hundaa’e irra deddeebiin hidhattoota al-idilee naannoo Amaaraa, miseensota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) (baay’inaan aanga’oota mootummaatin Shanee jedhamuun beekaman), akkasumas hidhattoota dhuunfaa Lixa Oromiyaa, Godina Horroo Guduruu keessatti argaman raawwataniin torban sadii keessatti lammiileen nagaa

Read More