HomeLaw & Justice (Page 18)

Law & Justice

Moo’iboon Baqqalaa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkoloolessa 13/2022 - Miseensa koree giddugaleessaa dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi barreessaa kitaabaa Moo’iboon Baqqalaa kaleessa Onkoloolessa 12, 2022 galgala magaalaa Finfinnee naannawa mana jireenya isaatti rasaasaan rukutamee ajjeefame. Moo’iboon galgala Onkoloolessa 12 mana jireenya isaa naannawaa Saansuusii jedhamutti namoota eenyummaan

Read More

Finfinnee, Onkololessa 13/2022- Jiraattonni Harargee Bahaa fi Lixaa  dargaggoota dirqiin  waraanatti galchuun, hidhaan jumlaa, buufata sakatta’iinsaa irra butuu, dargaggootaa fi shamarran manaa manatti adamsuun hammaachaa jiraachuu Addis Standarditti himaniiru.  Haata’u malee aanga’ootni godinaalee lamaanii Addis Standard dubbise himannaa kana haalanii jiru.  Odeessi kun kan argame yeroo Itoophiyaa

Read More

Obbo Alamaayyoo Dirroo Geetaahuun Laggasaatiin Finfinnee, Onkololeessa 11/2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa hayyuu Oromoo Alamaayyoo Diroo Fulbaana 29,2022 irraa eegalee to'annoo jala oolchuun mirga mana murtittii dhiyaachuusaas kan sarban ta'uu, haati manaa  Alamaayyoo Laaqach Haayiluu mirkaneessitee jirti. Alamaayyoon iddoo mana jireenyaasaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawa

Read More