HomeLaw & Justice (Page 21)

Law & Justice

Asaffaa Wodaajoo Buruk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee, Hagayya 20/2022- Abbaan Alangaa Magaalaa Sooddoo Gargaaraa Piroofeesara Yuunivarsiitii Diillaa duraanii Asaffaa Wodaajoo, miseensa Koree Giddugaleessaa paartii   Sochii Biyyaalessa Walaayittaa, labsii 1185/2012, “Labsii Ittisaa fi Ukkaamsaa Haasaa Jibbiinsaa fi Odeeffannoo Sobaa” jalatti. Abbaan alangaa himatamaan labsicha keewwata 4,

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 17/2022 - Godina Shawaa Bahaa aanaa Boosatitti haleellaa “garee hidhattoota naannoo Amaaraa irraa dhufan” raawwataniin lubbuun namoota hedduu darbuun jiraattotni fi bulchaan Aanaa Boosat Addis Standarditti himaniiru. Ganda Hadheechaa jedhamuun beekamutti haleellaa gareen kun raawwateen yoo xiqqaate lubbuun namoota saddeet darbuu

Read More

Asaffaa Wadaajoo Finfinnee. Hagayya 09/2022 - Naannoo Saboota, Sablammoota fi Uummattoota Kibbaa, Godina Walaayittaa, magaalaa Sooddoo keessatti humnootni nageenyaa leellisaa beekamaa gaaffii naannummaa Walaayittaa fi miseensa koree giddu galeessaa paartii Sochii Biyyoolessaa Walaayittaa kan ta’e Asaffaa Wadaajoo irra deebiin akka hidhan haati warraa isaa

Read More