HomeLaw & Justice (Page 26)

Law & Justice

Iteenash Abarraatiin  @EtenbeshAB Finfinnee- Dhabbatni Gurgurtaa Oomishaa Itoophiyaa dameewwan isaa jaha "sababa hin beekamneen" humnoota nageenyaan cufamuu fi hojjattootnis hidhamuu ibse. Itti gaafatamaan damee kominikeeshinii dhaabbatichaa Natsaannat Tasfaayee dameewwan Mattuu, Gimbii, Baddalle, Naqamtee fi Adaamaa haala ifa hin taanee cufamanii hojjatootni harki 20 hidhamuu Addis Standarditti

Read More

Finfinnee - Mana Maree Nageenya Biyyaaleessaa, Ministira Mummee Abiy Ahmadiin durfamuufi hoggantoota olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa, Poolisii fi Nageenyaa, akkasumas Pirezdaantota Naannolee fi kanneen biroo of keessatti hammatu haala nageenya biyyatti irratti kaleessa mari’ateera. Marii kanaan, “garee fi namoota dhuunfaa” meeshaa waraanaa seeraan ala hidhatanii

Read More

Finfinnee, Komishiinin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa ibsa  kaleessa baaseen  araarri dhugaa fi haqa dabsuu hin qabu jedhe.  Adeemsi araaraa maatii Abbootii Gadaa Ajjeefamanii fi qaamolee ajjeesan gidduutti taasifamuuf karoorfame kamuu itti gaafatamummaa yakkaa kan hambisuufi kan danqu ta'uu hin qabu jedha ibsichi. Akka ibsa  kanaatti  namoota ajjeechaa

Read More