HomeLaw & Justice (Page 25)

Law & Justice

Dassaalany XaasawSuuraa: AMC Finfinnee, Caamsaa 17/2022- Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Naannoo Amaaraa meeshaalee  waraanaa kanaan dura hin galmoofne garuu,  kan dhuunfaa ta’e guyyaa har’aa Caamsaa 17 irraa eegalee guyyoota arfan dhufan keessatti galmeessisuun kan raawwatamu ta’uu  miidiyaan naannichaa gabaasera. Hogganaan Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Naannoo Amaaraa Dassaaleny

Read More

Siyaannee Makonniin tiin  Finfinnee - Naannoo Oromiyaa keessatti ajjeechaa jumlaa fi haleellaa qilleensaa gaggeeffameen namoota nagaa irratti miidhaan akka qaqqabe gabaasaalee mul’isan bahaa jiru. Mootummaan Naannoo Oromiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo ( WBO) fi humnoota finxaaleeyyii irrattti tarkaanfii fudhachuuf waadaa erga galee booda namootni nagaa humnoota mootummaatin

Read More

Finfinnee - Akkaataa beellama Ebla 17 laatameen, har’a Gaazexeessitoota Biqilaa Amanuu, Dachaasaa Wiirtuu fi Dassuu Duulaa dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasim Abdullaahi jala jiran Mana Murtii Olaanaa Oromiyaa dhiyaataniiru. Manni Murtichi, dhaddacha darbe irratti Abbaan Alangaa ragaa ittisaa garee seeraa himatamtootaan dhiyaateef deebii akka laatuu

Read More