June 2022

Finfinnee - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Waajjirri  Qindeessaa  Gargaarsa Namoomaa (OCHA) gabaasa Waxabajjii 27,2022 baaseen hanqina nyaataa kaaba Itoophiyaatti uumameen namoonni gargaarsa nyaata barbaadan miiliyoona 13 gaheera jedhe. Kibba Oromiyaatti sababa hongee fi walitti bu’iinsaan namoota gara 498,000 tilmaamaman qe’ee isaani irraa buqqa’aniiru. Lixa Oromiyaatti namootni

Read More