Wallee haarawaa Daangaa Qananiin mata duree ‘Shillimii’ jedhuun sirbite jaallatamummaa guddaa argate
Finfinnee, Waxabajjii 23/2022 -Tibba kana walleen aadaa haaraan artiist Daangaa Qananii mata duree 'Shillimii' jedhuun weelliste aadaa amma dura namni hedduun hin beekne baasuun fudhatama argateera. Walleen kun mucaa dubaraa weellistuu gameettii Ilfinash Qannoo kan taate Daangaa H Qananiin kan weellifame yeroo ta'u, daarektarri wallee kanaa