Home2022June (Page 2)

June 2022

Finfinnee, Waxabajjii 28/2022 - Rakkoo nageenyaa kaaba biyyattitti mudate hiikuuf maqaa miseensota garee marii  mootummaa federaalaatin mudaman ifa godhame. Gariichi dura taa’ummaa Ministira Muummee Itti aanaa fi Ministira Dhimma Alaa Dammaqaa Mokonniniin kan durfamu yoo ta’u, miseensummaadhaan Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaa Geediyoon Ximootiwoos(PhD), Daayirektara Olaanaa

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 27/2022 - Tajaajila Odeeffannoo fi Tika Biyyaaleessaa, Raayyaa Ittisa Biyyaa, Komishinii Poolisii Federaalaa fi INSA of keessatti kan haammate humna waloo nageenya fi tika-nageenyaa ibsa har'a ganama baaseen, barattootni Yunivarsiitii shira fi olola miidiyaa hawaasa Yunivarsiitii keessatti hokkora uumuuf shiramaa jiru quba qabaatanii

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 27/2022 - Koreen Hariiroo Alaa Seeneetii Ameerikaa yaada murtoo waloo Kamisa darbe dabarseen “beela akka meeshaa waraanaatti fayyadamu” balaaleeffateera. Yaada murtoon darbe kun mootummaan Ameerikaa beela akka meeshaa waraanaatti fayyadamuu akka gocha gaafachiisutti fudhatee heerota kan akka Global Magnitsky Human Rights Accountability Act

Read More