Home2022June (Page 6)

June 2022

Waxabajjii 20/2022- Chaayinaafi Biyyoonni gaanfa Afrikaa yaa'ii jalqabaa dhimma nageenyarratti xiyyeeffate Finfinneetti taa'aa jiru.Yaa'iin kun ajandaa nageenyaa, Bulchiinsa gaarii fi Misoomaa biyyoota gaanfa Afrikaa irratti xiytyeeffatee kan gaggeeffamudha jedhameera. Yaa'iin kun har'aa jalqabee guyyoota lamaaf kan itti fufu yoo ta'u, yaa'iin kun Chaayinaan, Gaanfa Afrikaatti ergamaa

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 18/2022 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa humnootni nageenyaa Gaambeellaa tarkaanfii humnaa lubbuu namaa balleessu irraa akka of qusatan hubachiise. Komishinichi ibsa kaleessa baaseen, Waxabajjii 14 magaalaa Gaambeellaa keessatti rakkoo nageenyaa mudate hordofee guyyaa tokkoof tajaajilli mootummaa, sochiin gabaa fi tajaajilawwan biroo addaan citee

Read More

Ajjeechaan Murtii Malee Humnoota Mootummaatiin Geggeeffamu, Mirga Jiraachuu Lammiilee Qoraa Jira! Haala yeroo irratti ibsa Koongirasii Federaalawa Oromoo (KFO) irraa kenname Abdiin jijjiiramaa qabsoo nagayaa ummanni Oromoofi obboloota biroo waliin ta’uudhaan geggeesseen kan dhufe, qaama aangoo mootummaa too’atee jiru kan dheebuu aangoo fi maal na dhibeetiin erga

Read More