Home2022June (Page 12)

June 2022

Suuraa: Dhaabbata Fayyaa Addunyaa   Finfinnee, Waxabajjii 2/2022- Itoophiyaatti namootni 12 dhibee Maariyyee Jaldeessaa (Monkey Fox) shakkamanii adda baafamuufi, saamuudnis fudhatamee Naayijeeriyaatti ergamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa ibse jechuun DHPI gabaase.  Hogganaan biirichaa Dr. Mangistuu Baqqalaa ibsa miidiyaaf kenneen, Maariyyeen Jaldeessaa wayita ammaa biyyoota 33 keessatti mul'achuu eerun,

Read More

Kadir Ibraahim fi Faaxumaa Siraaj Ijoollee isaanii waliin Bileh Jeelan tiin Finfinnee- Baale Bahaa "Asitti namoonni rakkoo keessa jiru, karaa Darakoo irraa kaasee hanga Sawwenaatti, marga dheedichaa loonii  fi madda bishaanii barbaacha  qe'ee isaanii gadhiisaniiru," jechuun Aliyyii Sheek Osmaan Addis Standarditti hime. Jiraataan godina  Baale Bahaa ,

Read More