Home2022June (Page 3)

June 2022

Maark N. Kaatiz Ameerikaanifi wahillan ishee Raashiyaan Yuukireen weeraruu ishee balaaleffataniiru. Haata'u malee biyyootni guddachaa jiran keessumaa biyyootni Afrikaa Raashiyaadhaaf marartee guddaa qabu. Sababni biyyoonni Afrikaa fi lammiileen isaanii Raashiyaaf marartee horataniif Gamtaan Sooviyeet duraanii qabsoo biyyootni Afrikaa hedduu gita bittaa Awuroppaa jalaa akkasumas Afrikaan kibbaa

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 24/2022 - Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasiim Abdullaahi jala himata “Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuu” jedhuun himataman kaleessa Waxabajjii 23, 2022 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhiyaataniiru. Oolmaa dhaddacha kaleessaatin himatamtootni 17 koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyooleessa Oromiyaa hundeessuun himataman kunneen,

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 24/2022 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa Misheel Baachlet aanga’ootni Itoophiyaa haleellaa torban darbe Godina Wallagga Lixaa keessatti lubbuu namoota dhibbaatamaan lakkaawwaman galaafate irratti qorannoo gadi fageenyaa fi walabaa akka gaggeessan gaafatan.  Waajjirri Mirga Namoomaa UN ragaa namootaa dubbise jechuun akka gabaasetti

Read More