Home2022June (Page 5)

June 2022

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2022 -Addi Bilisummaa Oromoo(ABO) Ibsa Waxabajjii 20/2022 baaseen ajjeechaa hidhatoota mootummaan maatii qondaaltotaa fi miseensota ABO irratti addatti raawwataa jiruu balaaleffate. Ibsa guutuun akka itti aanuutti dhiyaata Godina Wallagga Dhihaa Ona Gimbii ganda Toleetti lammiilee irratti ajjeechaan raawwatame tibbana sabaa-himaaleerra naanna’aa jira. Humnootni nageenyaa

Read More

Suuraa: Miidiya Hawaasaa Finfinnee, Waxabajjii 21/2022- Godina harargee lixaa Aanaa Gumbii-Bordoddee Magaalaa Bordoddee ganda lammiitti rooba dheengadda  bubbee fi cabbiin walmakee roobeen qabeenyaa fi namoota irra miidhaa cimaa fi salphaan, qaqqabuu waajjirri Buusaa Gonofaa Aanichaa beeksise. Itti gaafatamaan waajjira buusaa gonofaa Aanichaa Gabii Amaanoo manni jireenyaa 85

Read More

Naatinaa’el Fiixeetiin  Finfinnee, Waxabajjii 20/2022 -Barataa Hundaa’ol Beenyaa  obboleessi Qondaala Olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Lammii Beenyaa Jimaata Waxabajjii 17 galgala magaalaa Naqamtee keessatti rasaasa humnoota nageenyaa mootummaatiin itti dhukaafameen ajjeefame. Hundaa’ol, erga ajjeechaan irratti raawwatame guyyaa sadi ta’uus hanga ammaatti maatiin reeffa akka hin fudhanne

Read More