Home2022June (Page 8)

June 2022

Suuraa: OBN Naatinaa'eel Fiixeetiin Finfinnee Waxabajjii 15/2022- Badhaasni maqaa Haacaaluu Hundeessaatin yeroo jalqabaaf gaggeeffamu (Hachalu Hundessa award) Waxabajjii 29, 2022 guyyaa yaadannoo wareegama isaa waggaa lammaffaa irratti akka gaggeeffamu Faawundeshiniin Haacaaluu Hundeessaa beeksise. Faawundeeshinichi sagantaa badhaasa kana ilaalchisee har’a Waxabajjii 15 miidiyaaleef ibsa laateera. Ibsa kana irratti kan

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 14/2022- Mootummaan naannoo Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaa keessatti ganama sa'aatii 12:30 irraa eegalee dhukaasni "Humnoota diinaa" fi humnoota nageenyaa mootummaa gidduutti taasifamaa jira jedhe. Mootummaan naannichaa, ummanni magaalaa guddoo mootummaa naannichaa magaalaa Gaambeellaa "Humnoonni nageenyaa mootummaa finciltoota irratti lola taasisan akka deeggaran" waamicha dhiyeessee, ummanni

Read More

Mikaa’el Booran: Qondaala Olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo Naatinaa’el Fiixeetiin  Finfinnee, Waxabajjii 11/2022 - Qondaalli Olaanaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Mikaa’el Booran dhukkubsachuun Hospitaala Poolisii Federaalaa fi Hospitaala Lagahaaritti wal’aanamuus wal’aansa gahaa waan hin arganneef ammallee dhukkubni itti hammaate jiraachuu maatiin Addis Standarditti himan. Obboleettiin

Read More