Home2022June (Page 7)

June 2022

Naatinaa'eel Fiixeetiin Finfinnee, Waxabajjii 17/2022 - Yunivarsiitii Jimmaatti barattoonni bara 2014 Makaanikaal Injinariingii eebbifaman maashinii boba’aa oomishu hojjachu isaani Inistitiyutiin Teeknoloojii Jimmaa beeksise. Oomishni boba’aa kunis janereetarii, konkolaataa salphaa fi tajaajilawwan mana keessaaf yaalamee bu’aa qabeessummaan isaa akka mirkanaa’e Inistitiyutichi beeksiseera.  Galteewwan oomishni boba’aa ittiin oomishamu pilaastikoota

Read More

Siyaannee Mokonnoniin  Finfinnee, Waxabajjii 26/2022- Humnoonni nageenyaa mootummaa nama nagaa harki isaa dugda duubaatti hidhamee jiru irratti irra deddeebiin yeroo dhukaasaan kan mul’isu Viidiyoon toora  miidiyaa hawaasaa hedduu irratti naanna'aa jira. Waraabbiin kun magaalaa guddoo naannoo Gaambeellaa keessatti humni waloo Adda Bilisummaa/Waraana Gaambeellaa fi Waraanni Bilisummaa

Read More

Darajjee Gonfaatiin  Finfinnee, Waxabajjii 6/2022- Baatii Shanii  as hidhaan maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hariiroo qabdu jedhuun raawwatamuu hammate jiraattootni Godina Arsii fi Arsii Lixaa Addis Standarditti himaniiru. Barsiisa Gammadii Wabii Nageelle Boranaatti mana Barnoota Sadarkaa 2ffaatti barsiisaa ture sirna awwaalchaa irraa qabamuu himti obboleettiin isaa Zayituunaa

Read More