Home2022June (Page 9)

June 2022

"ABOn ummati Oromoo alaabaa kana akka qabeenya fi asxaa isaatti fudhachuu isa gammachuu guddaa irraa qaba " ABO Finfinnee, Waxabajjii 9/2022- Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama alaabaa Adda

Read More

Naatinaa’el Fiixeetiin  Finfinnee, Waxabajjii 9/2022 - Manni Maree Nageenya Biyyaaleessaa walga’ii Waxabajjii 8, 2022 gaggeesseen sadarkaa hojiirra oolmaa kallattiiwwan hojii ji’a tokko dura Ebla 22 kaa’ee ture gadi fageenyaan gamaaggamu beeksiseera. Haaluma kanaan hojiin humnoota aangoo mootummaa morkatanii fi gochoota seeraan alaa kallattii qabsiisu haala karoorfameen

Read More