HomeLaw & Justice (Page 27)

Law & Justice

Naatinaa’eel Fiixeetin Finfinnee: Gaazexeessituun FiB TV (Finfinne Integrated Broadcasting) kan taate Sabboontuu Ahmad sababa ammaaf hin beekamneen hidhamuun ishee gabaafame jira. Sabboontuun kaleessa galgala osoo hojiirraa baatee gara mana isheetti galaa jirtuu Poolisoota lamaan qabamtee gara waajjira Poolisii Magaalaa Finfinnee, Labuu naannoo addaa Muuziqaa Safar jedhamuutti

Read More

Siyaanne Makonnin tiin  Finfinnee  - Qondaalli olaanaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa gara  waggaa lamaatti siqu booda har’a gadhiifame gara maatii isaatti makamuu maddeen gabaasaniiru. Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa oolmaa guyyaa kaleessaatin qondaala  olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo keessaa tokko kan ta’an Koloneel

Read More

Siyaannee Mokonniniin  Finfinnee - Manni Murtii Federaalaa Qondaala Olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa irraa akka hiikamu ajajuus hanga oduun kun qindaa'utti Poolisiin osoo hin gadhiisiin mana hidhaatti tursiisu Addis Standard mirkaneesseera. Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa oolmaa guyyaa har’aatin Koloneel Gammachuu

Read More