HomeIn-depth Analysis (Page 6)

In-depth Analysis

Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Lammiileen biyyattii tajaajiloota kaffaltii malee bilisaan argachuu qaban hamma dhabanitti malaammaltummaan rakkoo guddaa Itoophiyaa ta’eera. Malaammaltummaadhaan walqabatee hawaasni biyyattii komii guddaa kaasaa jira.  Aanga’oonni fi hojjattoonni mootummaa tajaajila hawaasaa garaagaraa kennuuf kaffaltii seeraan alaa gaafachaa jiraachuu himu. Dhaabbanni  idil-addunyaa dhimma malaammaltummaa gabaasu Transparency

Read More

Finfinnee, Mudde 7/2022- Sadaasa 30/2021 tuutni Gadaa Michillee bakka Mootoma jedhamu, kan Haroo Qarsaa irraa kilomeetira 60 fagaattutti,Jila Waaqa Kadhannaa gaggessuuf walitti qabame irraa humnoota mootummaatiin qabaman. Miseensota tuuta gadaa qabaman keessa 14 Mudde 1/2021 haala sukkanneessaan ajjeefaman. Kanneen hafan hidhaa keessatti erga hiraarfamanii booda

Read More

Beekaa Atoomaatiin @bek_boru Finfinnee, Waliigalteen nagaa hin eegamne Mootummaa Federaalaa fi aanga’oota Tigraay gidduutti Afrikaa Kibbaa Piritooriyaatti gaggeeffame yaada wal faallessu keessummeessuun isaa ni yaadatama. Waliigalteen nagaa erga mallattaa’ee as walii galteen kun xiyyeeffannoo dhalattoota Tigraay dabalatee lammiilee Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane kan hawaasa addunyaas argateera.

Read More