HomeArticles Posted by Alemitu Homa (Page 2)

Author: Alemitu Homa

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2023 - Naannoo Amaaraa gumruka Baahirdaar damee keellaa Gondaritti meeshaa waraanaa fi kontoobaandii biroo birrii miliyoona 8.9 baasu too’atame. Ibsi ministeerri galiiwwanii baase akka mul’isutti, “meeshaaleen kontiroobaandii gara magaala Gondar seenuuf osoo jiranii keellaa Walaqaatti qabaman keessaa 86 shugguxii habbaa 86, urgooftuu fi

Read More

Suuraa: EPA Finfinnee, Waxabajjii 10/2023 - Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa /KMPIO/'n abbootii qabeenyaa kaappitaala biliyona 9.4 galmeessisan waliin guyyaa Waxabajjii 09/2023 Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa /PIQQ/ Bulbulaa galuuf qophaa’an waliin waliigaltee mallatteese. Akka odeeffannoo KMPIO irraa argameetti, sirni walii galtee walii mallatteessuu kun Hoteela Skylight tti

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 07/2023 -Yaa'ii Paarlaamaa Daa'immanii Bulchiinsa Magaalaa Amboo Bakka I/Antuun Af-Yaa'ii Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Amboo Aad.Wagayyoo Haayilee fi Bakka Buutuun I/Gaafatamtuu Waajjira Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Bulchiinsa Magaalaa Amboo Aad. argamaniitti gaggeeffamee jira. Yaa'ii kana irratti Qajeelfamni Hundeeffama dambii ittin bulmaata yaa'ichaa qophaa'ee gadi

Read More