HomeArticles Posted by Alemitu Homa (Page 4)

Author: Alemitu Homa

Finfinnee Waxabajjii 01, 2023 - Paartiin Badhaadhina damee Amaaaraa ibsa guyyaa kaleessaa baaseen rakkoo nageenyaa naannicha keesa jiru furuuf humnoota hidhatanii naannicha keessa socho’an irratti “tarkaanfii cimaa” fudhadha jechuun akeekkachiise. Paartichi ibsa kana kan baase battaluma marii idilee koree giddugaleessa paarti badhaadhinaa guyyaa kaleessaa goolabameen ture.

Read More

Fooyya’insa Heera Mootummaa FDRI Irratti Qorannaa Dhaabbatni Qo'annaa Imaammataa Itiyoophiyaa Taasise Jedhe Ilaalchisee Ibsa Ejjannoo Koongireesii Feedaraalawaa Oromoo (KFO) irraa Kenname Asii gaditti ibsa guutuu KFOn argadhaa Finfinnee, Caamsaa 29, 2023 - Dhaabbatni Qo’ataa Immaammataa Itiyoophiyaa jedhamu keeyyattootaafi yaadota utubaa Heera Mootummaa Feedaraalaa Diimookiraatawaa Reeppapilika Itiyoophiyaa (FDRI)

Read More

Finfinnee, Caamsaa 24/2023 – Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) waggaa 35ffaa tamsaasa raadiyoo itti eegale Waxabajjii 17, bara 2023 kabajuuf qophaa'aa jiraachuu ibseera. Akka beeksisa paartiin ibsuu "SBOn guyyaa itti hundeeffame, Waxabajjii 15, bara 1988 irraa qabee hanga har’aantanaatti adeemsa

Read More