Ibsama: Shaalaqaa Jaatanii Alii Tandhuun Eenyu?
Finfinnee, Amajjii 18/2023 - Obbo Jaatanii Alii Tandhuu Jaatoofi Shaalaqaan maqaa hawaasni ittiin waamu garuu Maqaan warri baasaniif Jaatanii Alii Tandhuu yoo ta'u, gaggeessaan Booranaa duraanii ''jireenya isaa guutuu uummata isaaf jiraate'' jedhamuun har'allee hawaasa Booranaafi uummata Oromoo biratti guddoo nama jajamuudha. ''Ilmi sabaa guddoo jaalatamu''