HomeArticles Posted by Alemitu Homa

Author: Alemitu Homa

Finfinnee Caamsaa 16, 2023 - Badhaasni Haacaaluu Hundeessa marsaa lammaffaa bakka kaadhimamtoonni fi keessummoonni argamanitti Waxabajjii 29, 2023 magaala Finfinnee hoteela Skaaylaaytiitti kan gaggeefamu ta’uu koreen badhaasichaa beeksise. Kaayyoon Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa artistootaa fi namoota ogummaa aartii keessa jiran dorgomsisee badhaasuun artistoota lafaa dhufan jajjabeessuu fi

Read More

Finfinnee Waxabajjii 13, 2023 - Godina Baaleetti aanaan Sawweenaa qorichi daa’imman hir’ina nyaataa qaban wal’aanuuf oolu Pilampiinat (Plumpy nut) jedhamuun beekamu nayaataa fi gurguraaf oolchuun dhorkamaa ta’uu ibsuun nama yakka kana raawwateerratti "tarkaanfii barsiisaa" fudhadha jechuun akeekkachiise. Ibsi biiroon kominikeeshinii godinichaa baase, pilampiinatiin qoricha dhibee

Read More