Oduu: Ameerikaan Lolli Oromiyaa keessaa xumura akka argatu gaafatte, loltoonni Eertiraa Tigraay keessaa bahuu eegaluu jajje
Suraa: EVELYN HOCKSTEIN / POOL / AFP) (Photo by EVELYN HOCKSTEIN/POOL/AFP via Getty Images Finfinnee, Amajjii 23, 2023 – Mootummaan Ameerikaa waraana naannoo Oromiyaa keessatti deemaa jirutti yaada deebifachuun, “rakkoon nageenyaa Oromiyaa keessatti itti fufee jiru xumura argachuun barbaachisaa ta’uu” ministirii haajaa alaa US Antonii Biliinkan