HomeArticles Posted by addisstandard (Page 9)

Author: addisstandard

Finfinnee, Caamsaa 25, 2023 - Sinoodoosiin qulqulluu mana amantaa Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa marii dhiyeeenya kana taa’een murteewwan murteessaa kan akka gaaga’ama namoomaa Tigraay furuu, hariiroo hawaasa Ortodooksii gidduu jiru cimsuu, yaalii nageenyaa buusuu gargaaruu fi rakkoo Oromiyaa keessa jiru furuudhaaf fayyadan dabarseera jedhe. Manni amantichaa ibsa

Read More

Finfinnee, Caamsaa 24/2023 - Barattootni dorgommii ICT idil addunyaa dhaabbatni HUAWEI Caamsaa 24 hanga 28 biyya Chaayinaa magaalaa Sheenzanitti gaggeeffamu irratti hirmaachuuf kaleessa CHaayinaa seenaniiru. Barattoonni sagal kunneen Yunivarsiitii Gondar, Wachaamoo, Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee, Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa fi Yuunivarsiitii Finfinnee irraa kan dhufanidha. Dorgommii

Read More

Finfinnee, Caamsaa 24/2023 - Manni Maree Ol’aanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa dhimma diigamuu Masjiida magaalaa Shaggar keessatti raawwatamaa jiru ilaalchisee ibsa kaleessa Caamsaa 23 baaseen mootummaan diiggaa Masjidaa hatattamaan dhaabsisee rakkoo jiru mariin furuutti akka deebi’u, masjiidolee diigamanis ariitiidhaan bakka bu’aa seera qabeessa ta’e akka

Read More