Faqqadaa Abdiisaa: Ajajaa garee finciltootaa “halleellaa saboota Oromoo fi Amaaraa irratti raawwatamu duuba jira” jedhame
Faqqadaa Abdiisaa, Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee Caamsaa 23, 2023 - Miidiyaan Ameerikaa guddaan Waashingtan Poost jedhamu xiinxala bal’aa Caamsaa 21 maxxanseen ajajaa garee hidhattootaa kan ta’e Faqqadaa Abdiisaa saboota Oromoo fi Amaaraa gidduutti waldhabdee akka uumamuuf sababa ta’eera jedhe. Waaashingtan Poost gabaasa isaatiin akka jedhetti, Faqqadaa Abdiisaa