HomeArticles Posted by addisstandard (Page 6)

Author: addisstandard

Miseensota Abbootii Gadaa Gujii fi jaarsolii biyyaa ibsa kennan, Suuraa: VOA Afaan Oromoo Finfinnee, Bitootessa 10/2023 - Miseensota Abbootii Gadaa Gujii fi jaarsolii biyyaa jiraattota godina Gujii bakka bu’uun aanga’oota olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa waliin mari’atan. Jiilli abbootii Gadaa kun dhimma marii aannga’oota mootummaa waliin taasise

Read More

Mormiiwwan uummataa aanaalee godina Gujiitti gaggeeffaman, Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Bitootessa 03/2023 - Jalqaba torban kana keessa Kibba Oromiyaatti godinni haaraa ‘Boorana Bahaa’ jedhamu aanaalee Boorana, Baalee fi Gujiirraa walitti fiduun hundeeffamuu hordofee mormii aanaalee godina Gujii keessatti ka’een yoo xiqqaate lubbuun namoota nagaa sadi darbuu,

Read More

Hongeen kun kibba Oromiyaa godina Booranaatti horii miiliyoona 3 ol galaafate jira. Suuraa: Gamtaa Awurooppaa, 2022 Finfinnee, Bitootessa 01/2023 - Mootummaan Naannoo Oromiyaa, godina Booranaa keessatti hongee hamaa waggaa afurtaman darban keessa hin mul’atin muudateen walqabatee namoota gargaarsa hatattamaa isaan barbaachisuuf gargaarsa dhiyeessuu irratti deebii sirrii

Read More