HomeArticles Posted by addisstandard (Page 11)

Author: addisstandard

Finfinnee Caamsaa 23, 2023 - Godina Arsii magaalaa Boqojjiitti haleellaa hidhattoonni Jimaata darbe mana sirreessaa magaalattii keessatti argaman lamarratti raawwataniin poolisoota lama dabalatee namoonni afur ajjeefamuu jiraattonni Addis Standarditti himan. Haleellaa kanaan poolisoonni lama, miseensi milishaa tokkoo fi waardiyyaan tokko ajjeefamuu jirattoonni mirkaneessaniiru. Jiraataan eenyummaa isaa osoo

Read More

Finfinnee Caamsaa 21, 2023 - Abbaan Taaayitaa Miidiyaa Itoophiyaa miidiyaa mana amantii Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa wajjiin hidhata qabu kan televiziyoonii waldaa qulqullootaa (maabara qudduusaan Tv) jedhamuun beekamu “ergaa hawaasa gidduutti hokkora kaasuu danda’u tamsaaseera” jechuun miidiyicha “yeroodhaaf” ugguruu beeksise. Abbaan taayitaa kuni akka jedhetti, miidiyaan kuni tamsaasa Caamsaa 21,

Read More

Finfinnee Caamsaa 20, 2023 - Pireezidaantiin mootummaa ce’umsaa Tigraay Geetaachoo Raddaa humnoonni Eritraa kan hamma yoonaatti Tigraay keessatti argaman gareen Gamtaan Afrikaa raawwii waliigaltee gulaaluu fi mirkaneessuhojiisaa gaggeessuuf rakkachuu beeksise. Miidiyaa naannoo Tigraay “Torban darbe keessa humnoonni Eritraa gareen gulaalaa Tigraay keessatti hojiisaa akka hin raawwanneef

Read More