Home2022 (Page 94)

May 2022

Suraa; FBC Naatinaa'eel Fiixeetiin   Finfinnee: Yuunivarsiitii Finfinneetti Kolleejjiin Namummaa, Qorannoo Afaanii, Gaazexeessummaa fi Kominikeeshinii sagantaalee barnoota garagaraan barattoota idileedhaan simachuuf beeksisa baaseen gosoota barnootaa beeksisni irratti bahe sagal keessaa Afaan Oromoo eeramuu dhabuun isaa marsaalee hawaasummaa irratti gaaffii guddaa kaaseera.   Yuunivarsiitii Finfinneetti hogganaa muummee barnoota Afaan Oromoo Lataa

Read More

Alamituu Hoomaatiin @alemituhoma Finfinnee, Caamsaa 16/2022- Godinaalee 21 Oromiyaa keessaa saddeet keessatti hongeen akka muudate mootummaan naannichaa beeksiseera. Addis Standard gabaasa walitti aananiin miidhaa hongeen godinaalee  Baale, Baale Bahaa, Booranaa, Gujii, Gujii Lixaa, Harargee Bahaa, Harargee Lixaa, Shawaa Bahaa, akkasumas naannoo Somaalee godinaalee kudhanitti geessise gabaaseera. Hongeen

Read More