Home2022 (Page 97)

May 2022

Iteenash Abarraatin @EtenbeshAb  Finfinnee - Hogganaan biiroo Kominikeeshinii Dhabbata Gabaa Oomishaa Itoophiyaa (ECX) akka Addis Standarditti himetti, hojjattootni damee dhaabbatichaa ja’a himata tokko malee hidhamanii turan Sanbata darbe hidhaa ba’aniiru. Waajjiraaleen dhaabbatichaa damee kanneenii ammayyuu cufamanii kan jiran yoo ta’u, dameewwaan cufamanii turan ifatti banuudhaaf mariin

Read More

Suuraa: UNOCHA Finfinnee-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA)  ibsa baaseen,Lixa Oromiyaatti bara 2022 keessa haleellaa fi walitti bu'iinsi hawaasaa waan dabaleef gargaarsi namoomaa haala hammataa keessa  jira jedhe Akka ibsichatti, bara 2018 irraa jalqabee naannawa lixa Oromiyaa fi Benishaangul Gumuuz, Godina Kaamashii sababa nageenyaaf gara

Read More

Suuraa: Addis Fortune Finfinnee - Hojjattootni Warshaa Biiraa Meettaa Abboo lakkoofsa isaani hin beekamne, warshaa keessaa meeshaalee adda addaa hatuun shakkaman hidhamuu Gaazexaan Kaappitaal gabaaseera.  Warshaan Naannoo Oromiyaa, Magaalaa Sabbataatti argamu kun gurguramee dhaabbata BGI jala erga galee booda meeshaaleen hedduun dhabamaa jiraachu barameera. Gaazexaan Kaappitaal akka

Read More