Home2022 (Page 92)

May 2022

Siyaannee Mokonnoniin  Finfinnee, Caamsaa 19/2022- Qondaalli Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Koloneel Gammachuu Ayyaana erga Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddachi Ijibbaataa "Eenyu akka hidhe hin beekamu" jechuun hidhaa keessa akka turu murteesse baatii sadi booda mana murtiitti dhiyaate.Himatamtoota galmee Kiisii Qixxummaa jala jiran keessaa himatamaa sadaffaan Amaanu’eel

Read More

Koloneel Abbabaa GarasuuItti aanaa hogganaan Biiroo Bulchiinsaf nageenyaa OromiyaaSuuraa:FBC Finfinnee, Caamsaa 18/2022 –  Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa Oromiyaa tarkaanfii godinaalee sagal keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo(Kan mootummaan shanee jedhee waamu) irratti  fudhatameen uummatni tasgabbii fi boqonnaa argate jedhe. Itti aanaa hogganaan Biiroo Bulchiinsaf nageenyaa Oromiyaa Koloneel Abbabaa Garasuu turtii

Read More

Finfinnee, Caamsaa 18/2022 -Sirni awwaalcha Obbo Sintaayyoo Tolaa magaalaa Sabbataa bataskaana qidduus Gabrieelitti raawwatamaa jira. Obbo Sintaayyoo Tolaa Hayyuu Seenaa Oromoo akkaan beekaniif seenaan,aadaan fi duudhaan Oromoo akka beekkamu nama hojii guddaa hojjatan ta'uun ibsameera. Akka OBN gabaaseetti, sirnicharratti hoggantoonni Mootummaa Olaanoon Af Yaa’ii

Read More