Home2022 (Page 95)

May 2022

Naatinaa’eel Fiixeetiin  Finfinnee, Caamsaa 16/2022:: Mana kuusaa keessaa  Xaa’oo kuntaalli 300 hir’achuu Waajjirri Babal’ina Waldaa Hojii Gamtaa Godina Arsii Lixaa beeksise. Hanna kanaan walqabate namoota shakkaman to’annoo jala oolchaa jiraachu Qajeelchi Poolisii Godina Arsii Lixaa hime.  Hir’ina mul’ate qulqulleeffachuuf koree inventarii (inventory) qaamolee adda addaa irraa akka

Read More

Finfinnee, Caamsaa 14/2022: Maanguddoon umrii waggaa 69 fi abbaa ijoollee 11 kan ta’an Taaddasaa Giichillee barattoota qabxii darbiinsa qormaata seensa Yunivarsiitii bara 2013 argatanii barana Yunvarsiitiin Jimmaatti ramadan keessa tokko ta’u Inistiityuutii Teeknooloojii Yunvarsiitii Jimmaa beeksiseera. Kaka’umsa guddaa abjuu ijoollummaa isaani mikeessuuf qabaniin Yunivarsiitii akka

Read More

Biruk Alamuutin @Birukalemu21 Finfinnee, Caamsaa 13/2022- Paartiin Kongirasii Federaalawaa Oromoo(KFO) Itoophiyaan maraammartoo “Kufaatii siyaasaa, walwaraansi fi kufaatiin diinagdee” keessa jiraachuu eeree waraanni akka dhaabatuu fi mariin biyyaalessaa dhugaa akka taasifamu waamicha dhiyeesse.  Ibsa kaleessa magaalaa Finfinneetti laateen paartichi, “Eddoowwan garaa garaa biyyattiitti keesummatuu Kaaba Itoophiyaatii waggaa

Read More