Home2022 (Page 93)

May 2022

Finfinnee, Caamsaa 18/2022: Ejaansii Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa Magaalaa Finfinnee Waraqaa eenyummaa Dijiitaalaa seeraan ala hojjatamee raabsamaa jiraachuu fi kanumaan walqabatee namootni 11 hojjattoota Eejansiichaa dabalate karaa seeran alan Waraqaa Eenyummaa Diijitaalaa hojjachaa turan to’annoo jala oolu DHPI gabaase.   Waraqaa eenyummaa Dijiitaalaa seeraan ala argameen tajaajila

Read More

Iteenash Abarraatiin Finfinnee, Caamsaa 17/2022: Miidiyaa Hararii keessatti Gulaalaa fi Gaazexeessaan Afaan Oromoo Muhayaddiin Abdullaahi, kibxata darbe, Caamsaa 10, biiroo isaa irraa akka hidhame maatiin Addis Standarditti himaniiru. Ogummaa gaazexeessummaatin muuxannoo waggoota 11 ol kan qabu Muhaddin, sababa haati manaa isaa deesseef eeyyama waggaa erga fudhate

Read More

Dassaalany XaasawSuuraa: AMC Finfinnee, Caamsaa 17/2022- Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Naannoo Amaaraa meeshaalee  waraanaa kanaan dura hin galmoofne garuu,  kan dhuunfaa ta’e guyyaa har’aa Caamsaa 17 irraa eegalee guyyoota arfan dhufan keessatti galmeessisuun kan raawwatamu ta’uu  miidiyaan naannichaa gabaasera. Hogganaan Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Naannoo Amaaraa Dassaaleny

Read More