HomePolitics (Page 51)

Politics

Finfinnee, Amajjii 03/2023 - Mana hidhaa idilee keessaa baafamanii dhabamuun akkasumas manni murtii bilisa erga baaseen booda hidhaamanii turuun naannoo Oromiyaatti baratamaa dhufee jira. Hidhaan seeraan alaa akka kanaa buufatalee poolisii, manneen hidhaa al idilee fi mooraa leenjii waraanaa ykn buufata loltoonni keessa qubatan

Read More

Finfinnee, Mudde 26 - Jilli sadarkaa olaanaa qondaaltota mootummaa federaalaa Af-yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasaa Caafootiin durfamu har’a ganama magaalaa guddoo naannoo Tigraay Maqalee seenuu miidiyaan mootummaa naannichaa gabaase. Jilli kun erga humnoonni Tigraay Waxabajjii 28, 2021 magaalaa Maqalee fi kutaalee Tigraay irra caalaa

Read More

Finfinnee- Haalli nageenyaa Oromiyaa keessa jiru qaamolee biyya keessaa fi idil addunyaa irraa xiyyeeffannoo guutuu barbaada. Waggoota arfan darban keessatti haalli nagaanya hawaasaa badaa dhufeera. Waliin jireenyi sabdaneessaa naannicha keessaa waggoota dheeraaf ture sababa dantaa siyaasaa qaawween oofamuun dhabameera.  Walitti dhufeenyi, hariiroon hawaasummaa fi tokkummaan saboota

Read More