HomePolitics (Page 54)

Politics

Finfinnee, Muddee 12/2022 - Mootummaan naannoo Benishaangul Gumuz guyyaa Muddee 10 garee hidhattootaa Sochii Bilisummaa Ummata Benishaangul waliin Sudaan Kaartuum keessatti waliigaltee nagaa mallatteessuu beeksise. Gareen hidhattoota dhiyeenya daangaa naannichaatti socho’aa ture kun garee finciltootaa ji’oota lamaan darban keessatti mootummaa naannichaa waliin waliigaltee nagaa mallatteesse isa

Read More

Finfinnee, Mudde 8/2022- Paartiin Koongireesii Federaalawaa Oromoo(KFO)n ibsa har’a baasen yeroo ammaa Oromiyaan waraanaa fi manca’ina siyaasaa waliigalaa ta’e keessa galtee jirti ummata Oromoo fi Oromiyaa dhumaatiirra baraaruuf Paartii Badhaadhinaa fi Mootummaa, Hawaasa Idil Addunyaa, Ummata Oromoo maraaf, Humoota Siyaasaa Oromoo haqaaf qabsaa’an, Beektota Oromoo

Read More

Finfinnee, Mudde 6/2022-Haleellaa tibbana Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu fi Giddaa Ayyaanaa keessatti raawwatame, kan jiraattonni hidhattoota Faannoo naannoo ollaa Amaaraa irraa dhufan haleellicha raawwachuun ittiin himatan lubbuu namoota heddu dhabamsiisuun kumaatama qe’ee irraa buqqiseera. Ajjeechaawwan kunneen Oromoota biratti dheekkamsa ummataa kan uuman yoo

Read More