HomePolitics (Page 55)

Politics

Ummata Aanaa Kiiramuu irraa buqqa'eSuuraa: Waajjira Kominikeeshinii Giddaa Finfinnee, Mudde 3/2022 - Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuutti haleellaa lama guyyoota muraasa giddu raawwatameen abbaa seeraa mana murtii aanaa Kiiramuu dabalatee lubbuun namoota hedduu darbe. Akka odeeffannoo Addis Standard jiraattota irraa argateetti haleellaawwan kunneen Sadaasa

Read More

Ristuu Yirdaawu Finfinnee,Mudde 2/2022-  Qondaalonni mootummaa pirezidaantii mootummaa Naannoo Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Kibbaa Ristuu Yirdaawuun hogganaman haala naannoo haaraa ‘Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa’ jedhamu kan godina Guraagee caaseeffama haaraa kana irra deddeebiin mormaa jiru of keessatti hammatu hundeessuurratti Sadaasa 29 magaala Buttaajiraatti marii’ataniiru. Mariicharratti godinoonni Guraagee,

Read More

Finfinnee, Mudde 1/2022 - Kooomishiniin marii biyyaaleessa Itoophiyaa gareewwwan qabsoo hidhannoo adeemsisaa jiran hidhannoosaanii hiikkatan malee marichatti hin hirmaatan jedhe. Hogganaan komishinichaa prof. Masfin Araayaa mariin biyyaaleessa ji’a shan yookiin jaha keessatti kan godhamu yoo ta’u gareewwan hidhannoo  hiikkatan qofti maricha irratti kan hirmaatan ta’uu ibsa

Read More