HomePolitics (Page 59)

Politics

Finfinnee, Sadaasa 3/2022- Dippilomaatonni fi miseensonni hawaasa idil addunyaa adda addaa waliigaltee waraana dhaabuu mootummaa federaalaa Itoophiyaa fi Bakka Bu’oota Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) giddutti Afrikaa Kibbaatti mallattaa’uu isaa akka gaariitti fudhachu isaanii ibsan. Qaamoleen wal waraanaa jiran kunneen Roobii, xumura marii nagaa Gamtaa Afrikaan

Read More

Finfinnee, Sadaasa 02, 2022: Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Gamtaa Afriikaa Oluseeguun Obasaanjoo, wal-waraansa humnoota Tigraay fi mootummaa federaalaa Itoophiyaa jidduutti waggaa lamaaf adeemaa jirutti xumura gochuuf, marii nagaa Gamtaa Afriikaan durfamee Afriikaa Kibbaatti taa’amaa tureen waliigaltee lola dhaabuurra gahamuu himan. Bakka buutonni qaamolee lamaanii Onkoloolessa 25

Read More

MM Abiy Ahimad yeroos pireezidantii itti-aanaa kan ture pireezidantii naannoo Tigraay ammaa Dabratsiyoon Gabramikaa’el harka qabatee mul’ata, Aksuum Waxabajjii 10, 2019. Suuraa: Waajjira MM Itoophiyaa Finfinnee, Sadaasa 1/2022 - MM Abiy Ahimad turtii CGTN wajjiin taasiseen mootummaan federaalaa “seera biyyaatti akka kabajan, heeraaf akka abboomamanii fi

Read More