HomePolitics (Page 57)

Politics

Damissoo Moosisaa Finfinnee, Sadaasa 15,2022 - Weellisaa Oromoo Damissoo Moosisaa erga waggaa tokko oliif to’annoo poolisii Oromiyaa jala turee booda bakka buuteensaa kan dhabame yoo ta’u maatiin weellisichaa garuu poolisiin Oromiyaa murtii malee akka ajjeese quba qabaachuu Addis Standarditti (AS) himaniiru. Damissoo Moosisaa humna poolisiin

Read More

Finfinnee, Sadaasa 15, 2022 - Mootummaan Itoophiyaa “Shanee” dabalatee qaamota biroo meeshaa waraana hiikkatanii karaa nagaatiin mariidhaaf dhufan kamiyyuu simachuuf qophaa’aa ta’uu MM Abiy Ahimad (PhD) ibse. Abiy kana kan dubbate yaa’ii idilee mana marii bakka bu’oota ummataa 6ffaa guyyaa har’aa godhameerratti gaaffilee miseensota paarlaamaatiin gaafataman

Read More

Finfinnee, Sadaasa14/2022- Waldaan Warra Wangeelaa Makaana Iyyaasuus ajjeechaa jumlaa miseensota waldaa mana amantichaa godina Wallaggaa Bahaa ganda Haloo waldaa Mul'ata Galaa irratti raawwatame balaaleffatte. Ibsa Sadaasa 11/2022 baasteen waldaan Makaana Iyyaasuus maqaa namoota haleellaa kanaan lubbuu dhabanii tarreessuun matii miidhamtootatii fi miseensota waldichaaf jajjabina hawwitee jirti. Haleellaan

Read More