HomePolitics (Page 60)

Politics

Finfinnee, Onkoloolessa 28/2022- Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa  Moosa Faaki Mahaammat mariin nageenyaa Itoophiyaa Gamtaa Afrikaan hogganamee Afrikaa Kibbaatti  bakka bu’oota mootummaa Federaala fi aanga’oota Tigraay gidduutti gaggeeffamaa jiru “Gara waraana dhaabu fi namoota miidhaman gargaaruf karaa gargaarsa namoomaa saaquutti” akka geessu abdii qabu ibse.  Dura taa’aan

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2022 - Miseensa mana marii naannoo Somaalee fi miseensa koree Paartii Badhaadhina Biyyaalessa kan taate adde Juweeriyaa Mohaammad buufata xiyyaaraa magaala guddoo naannichaa Jijjigaatti rasaasan poolisiin dhukaafameen rukutamuun lubbuun darbuu biiroon sab-qunnamtii naannoo Somaalee ibseera. Haleellaa sababa waldhabbii imaltootaa fi humna poolisii gidduutti

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 25/2022 - Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Cobii, ganda Oofuu Bakkee iddoo addaa Qaalee jedhamutti, Finfinnee irraa fageenya gara kiiloo meetira 145 irratti haleellaa qilleensaa/diroonii Dilbata, Onkoloolessa 23, 2022 raawwatameen lubbuun lammiilee nagaa 68 ol darbuu jiraattotni himan. ABO fi KFOn haleellaa

Read More