HomePolitics (Page 48)

Politics

Finfinnee, Amajjii 13, 2023 - Dhaabbanni idil-addunyaa mirga namoomaatiif falmu kan (Human Rights Watch) jedhamu ce’umsi bu’a-qabeessaa ta’e akka mirkanaa’uuf sakatta’iinsi walaba ta’e naannoolee waraanaan hubaman keessatti akka eeyyamamuuf qaamolee waraanatti hirmaatanirratti dhiibbaa akka godhan hawaasa idil-addunyaa gaafate. Dhaabbati idiladdunyaa kuni akka jedhetti, waraana raashiyaa fi

Read More

Finfinnee, Amajjii 13, 2023 - Miseensonni humna addaa naannoo Amaaraa magaala Shiree kan 140km kaabalixa Maqaleetti argamtuu keessaa fi naannawashee turan bahaa jiraachuu humni raayyaa ittisa Itoophiyaa ibsa kaleessa baaseen addeesseera. Taateen waraana baasuu kuni waliigaltee nageenyaa kan Afrikaa Kibbaa fi Keeniyaatti godhame hordofuun kan raawwatame

Read More

Barsiisaa mana barumsaa sadarkaa lammaffaa daree ishee keessatti Finfinnee Amajjii 12, 2023 - Lixa Oromiyaa, Godina Qeellam Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti, maallaqa mindaa isaanii irraa citu ilaalchisee gaaffii kan kaasan barsiisonni 20 ol poolisiin to’annaa jala oolche. Barsiisonni kunneen torbaan tokkoo oliif buufata poolisii Aanaa Laalootti

Read More