HomePolitics (Page 49)

Politics

Finfinnee, Amajjii 11, 2023 - Loltoonni Tigraay meeshaa waraanaa gurguddaa humna raayyaa ittisa biyyaatiif galii kan godhan ta’uu gareen to’attoota Gamtaa Afrikaa ragaa bahus loltoonni Eertiraa fi humnoonni miseensa raayyaa ittisa biyyaa Itoophiyaa hin ta’iin Tigraay keessaa bahuu garuu kan mirkaneesse hin jiru. Gochaan meeshaa waraanaa

Read More

Suuraa Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO). Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Geetaahuun Laggasaa @Birmaduu2 tiin Finfinnee, Amajjii 11, 2023 - Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) mootummaan “Shanee” jedhee waamu, mana hidhaa godinaa cabsanii seenuun hidhamtoota 480 ol miliqsuu isaanii qondaalli mootummaa fi jiraattonni Addis Standard’tti himan. Qondaalli mootummaas ta’e jiraattonni

Read More

Finfinnee Amajjii 10, 2023 - Naannolee Somaaliyaa keessaa tokko kan taate Puuntilaandi hanga heerri qophaa’aa jiru xumuramutti hariiroo mootummaa federaalaa Somaaliyaa waliin qabdu adda kutuun of dandeessee akka biyya walabaatti akka sochootu beeksifte. Ibsa fuula sadii Wiixata gadhiifteen Puuntilaandi akki jette, heerri ishee dhimma ofii irratti

Read More