HomePolitics (Page 39)

Politics

Finfinnee, Guraandhala 08/2023 - Haala ejjennoo amma dura qabaachaa turerraa adda ta’een, pireezidantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaaa, lolli naannoo Oromiyaa keessatti humnoota federaalaa fi naannichaa fi finciltoota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) mootummaan “Shanee” jedhee waamu jidduutti waggoota afurii oliif adeemaa jiru xumura akka

Read More

Simannaa Phaaphaasota haaraa Kutaa Lallaba Arsii Lixaatti ramadamaniif taasifame. Suuraa: Sinoodoosii Oromiyaa Finfinnee, Guraandhala 07/2023 - Poolisiin magaalaa Finfinnee ibsa kaleessa Guraandhala 06 galgala baaseen, kaleessa ganama daangaa magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa Oromiyaa gidduu iddoo Filiidoroo jedhamutti namootni mana kiristaanaa Lidataatti sassaabamanii “namootni hidhaman haa

Read More

Buufata Filannoo Doysaatti, Giddugala Arbaa Minch jalatti. Suuraa: NEBE Finfinnee, Guraandhala 06,2023 - Guyyaa boordiin filannoo biyyaalessa Itoophiyaa filannoo ummataa naannoo sabaa fi sablammoota fi ummatoota kibbaa godinoota jahaa fi aanaalee addaa shan keessatti gochaa jirutti, jiraattoonni godina Guraagee magaala guddittii Walqixxee dabalatee manasaanii ooluudhaan tajaajila

Read More