HomePolitics (Page 38)

Politics

Caption: Hogganaa Waliigalaa Qulqulluu Sinoodoosii kan ta'an qulqullummaa isaanii Abuna Abrahaa, wayita kaleessa galgala ibsa dubbisaa jiran. Suuraa: Maahibara Qiddusaan Finfinnee, Guraandhala 10/2023 - Waldhabdee mootummaa fi Qulqulluu Sinoodoosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewahdoo Itoophiyaa (EOTC) gidduutti gadi fageenyaan hammaachaa mul'achaa dhufeen, lamaan isaanii iyyuu kaleessa waaree

Read More

Finfinnee, Guraandhala 09/2023 - Phaaphaasiin angafa kutaa lallaba Shawaa Kibba Lixa Abuna Saawiroos (PhD) kan siinoodosii qulqulluu mana amantaa Ortodooksii Itoophiyaatiin ‘abaaramanii’ turan guyyaa hardhaa gara Teessoo kutaa lallabaa isaanii magaala Walisootti amantoota kumaatamaan laakka’amaniin simatanmaniiru. Abuna Saawiroosiin phaahaasota angafaa biroo lama waliin ta’uun torban sadi

Read More

Utow Ukot Finfinnee, Guraandhala 09/2023 - Hidhattoonni gosa Murlee biyya Sudaan Kibbaa irraa gara Itoophiyaa, naannoo Gaambeellaatti ce’an namoota lama ajjeesuu fi tokko madeessuu Biiroon Nageenya naannichaa beeksiseera. Hidhattoonni kunneen Kibxata Guraandhala 07 galgala daangaa ce’uun godina Anyuwaak, aanaa Gog, ganda Utuyoo irratti haleellaa raawwachuun namoota

Read More