HomePolitics (Page 35)

Politics

Mormiiwwan uummataa aanaalee godina Gujiitti gaggeeffaman, Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Bitootessa 03/2023 - Jalqaba torban kana keessa Kibba Oromiyaatti godinni haaraa ‘Boorana Bahaa’ jedhamu aanaalee Boorana, Baalee fi Gujiirraa walitti fiduun hundeeffamuu hordofee mormii aanaalee godina Gujii keessatti ka’een yoo xiqqaate lubbuun namoota nagaa sadi darbuu,

Read More

Qondaaltonni ABO dhukkubsatan Kennasaa Ayyaanaa, Daawit Abdataa, Gadaa Gabbisaa fi Gadaa Oljirraa (PhD), Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Guraandhala 24/2023 - Miseensa gumii shanee ABO kan ta’e Kennasaa Ayyaanaa dabalatee aanga’oonni olaanoon Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) mana hidhaa keessatti dhukkubasatanii argaman afur  wal’aansa hatattamaa dhoowwamuu, dubbi-himaan ABO

Read More

Finfinnee, Guraandhala 21, 2023 - Boordiin filannoo biyyaaleessa Itoophiyaa ibsa baaseen uummatoonni godinaalee shanii fi aanaalee addaa shan naannoo sabaaf sablammootaa fi ummattoota kibbaa keessa jiraatan keessaa harki caalu filannoo “Naannoo Kibba Itoophiyaa” hundeessuuuf Guraandhala 06 taasifame deeggaruun filachuu beeksiseera. Filannoon mirga ofii ofiin murteeffachuu (referendum)

Read More