HomePolitics (Page 36)

Politics

Ajajaa olaanaa WBO, Kumsaa Dirribaa ykn Jaal Marroo. Suuraa: Screenshot/AS Finfinnee Guraandhala 18,2023 - Waamicha araaraa pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa taasise Waraana Bilisummaa Oromootiif (WBO) waamicha kan fudhatu ta’uu ibsuun waamichi kuni garuu adeemsi marii nageenyaa kuni akka milkaa’uuf haal-duree barbaachisaa ta’an ifa hin taasifnee

Read More

Shimallis Abdiisaa. Suuraa: OBN Finfinnee, Guraandhala 17/2023 - Yaa'ii  Idilee 4ffaa, Waggaa 2ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Caffee Oromiyaa har’a Guraandhala 17/2023 gaggeeffamuu eegale irratti Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Shimallis Abdiisaa  Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) ykn kan mootummaan “Shanee” jedhe waamuuf waamicha araaraa dhiyeesseera.  “Kabajamaa Caffee kana

Read More

Biruuk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee - Guraandhala 16/2023 - Jiraattonni magaalaa Walqixxee kan Godina Gurage naannoo uummattoota Kibbaa keessatti argamu Addis Standard’tti akka himanitti, humnoonni nageenyaa mormitoota jeerii kaanii duwwaa qabatanii rakkoo hanqina bishaan qulqulluu qaban mul’isuuf hiriira bahan irratti dhukaasa banuun namoonni jaha yoo ajjeefaman, namoonni

Read More