HomePolitics (Page 33)

Politics

Finfinnee, Bitootessa 16/2023 - Ministirri Dhimma Alaa Ameeriika kan ta’aan Antoonii Bliinkan, daawwannaa jalqabaa isaanii itiyoophiyaatti godhaniin, “haala Oromiyaa keessa jiruu akka isaan yaadessefi karaa mariin akka furmaata argchuu akka qabu” ibsaniiru, itti aansee muummicha ministeeraa Itiyoophiya Abiy Ahimad waliin wal arguu danda’aanirru.  Torban kana keessatti

Read More

Adaanach Abeebee, Kantiibaa magaalaa Finfinnee. Suuraa: Fuula fesbuukii waajjira kantiibaa magaalaa Finfinnee Finfinnee, Bitootessa 15/2023 - Magaalaa Finfinneetin giddugala jeequmsaa taasisuuf yaaliin adda addaa yeroo adda addaatti godhamaa ture fashalaa'uu kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee beeksiste. Akka gabaasa kantiibaan magaalittii walga’ii idilee Mana Maree Magaalaa Finfinnee adeemsifamaa

Read More

Hokkora torbee darbe mudateen yoo xiqqaate namoonni 10 ol du'aniiru (Suuraa: Jiraattota) Finfinnee - Dhiyeenya daangaa naannoo Sidaamaa fi Godina Arsii Liixaatti hokkorri tibbana lubbuu namoota kudhanii olii galaafate, akka miidiyaaleen gabaafamaa ture, wal-dhibdee daangaa ykn ammoo walitti bu’iinsa saboota Oromoo fi Sidaamaa jidduutti uumame miti

Read More