HomePolitics (Page 37)

Politics

Buqqaatota magaalaa Aannootti qubatanii argaman. Suuraa: Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Finfinnee, Guraandhala 15/2023 - Naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Bahaa aanaa Gobbuu Sayyoo magaalaa Aannootti Guraandhala 2, 2023 haleellaa buqqaatota irratti xiyyeeffachuun gaggeeffameen lubbuu namaa, qaama fi qabeenya irratti miidhaa akka gahe ragaa baatota, qaamolee mootummaa fi

Read More

Tewodroos Asfaaw fi Diyaaqon Yosef Katamaa. Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Guraandhala 15/2023 - Waldhibdee Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa (EOTC) keessatti itti fufe jiru fi jeequmsa kana booda uumame hordofuun, ogeessonni miidiyaa lama, gaazexeessaa fi xiinxalaan siyaasaa Tewodroos Asfaaw, fi gaazexeessaa tajaajila tamsaasa EOTC Afaan Oromoo

Read More

Kenniinsa sagalee uummataa godinaalee jaha fi aanaalee addaa shan keessatti Guraandhala 6 gaggeeffame irratti uummatni sagalee yeroo laatu agarsiisa. Suuraa: Boordii Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa Finfinnee, Guraandhala 15/2023 - Naannoo Saboota Sablammoota fi Uummattoota Kibbaa keessatti godinaalee jaha (Koonsoo, Walaayittaa, Gaamoo, Geede’oo, Goofaa, Oomoo Kibbaa), akkasumas aanaalee

Read More