HomeLaw & Justice (Page 5)

Law & Justice

shamarree Tsaggaa Balaachoo | Konistaabil Yawaalaamabraat W/Maariyaam Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Caamsaa 30/2023 - Tibbana magaala guddoo naannoo Sidaamaa, Hawaasaa, keessatti gocha addunyaan har’a irra gahee kanatti “boodatti hafaa” jedhamee ilaalamu fi seera durattis kana nama gaafachiisu raawwatamu isaa dubbii ijoo miidiyaa hawaasaa ta’eera. Dubbii ijoon kun shamarree

Read More

Fooyya’insa Heera Mootummaa FDRI Irratti Qorannaa Dhaabbatni Qo'annaa Imaammataa Itiyoophiyaa Taasise Jedhe Ilaalchisee Ibsa Ejjannoo Koongireesii Feedaraalawaa Oromoo (KFO) irraa Kenname Asii gaditti ibsa guutuu KFOn argadhaa Finfinnee, Caamsaa 29, 2023 - Dhaabbatni Qo’ataa Immaammataa Itiyoophiyaa jedhamu keeyyattootaafi yaadota utubaa Heera Mootummaa Feedaraalaa Diimookiraatawaa Reeppapilika Itiyoophiyaa (FDRI)

Read More

   Finfinnee, Caamsaa 17, 2023 - Manni maree bakka bu’oota ummataa yaa’ii idilee 19ffaa irratti labsii yakkamaa dabarsanii kennuu fi dhimmoota yakkaarratti biyyoota Turkii fi Imireetota Arabaa Walta’anii (UAE) wajjiin hojjachuu dandeessisu raggaasise. Manni maree ministeerotaa labsicha kana Amajjii keessa erga raggaasisee booda seera biyyattii ta’ee akka tumamuuf

Read More