Oduu: Finfinneetti namoonni muka daakamaa (saagaaturaa) daakuu xaafiitti makuun raabsaa turan too’ataman
Finfinnee, 12, 2023 - Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aanaa 1ffaa iddoo Riqicha Qoshee jedhamuun beekamuutti namoonni muka daakamaa (saagaaturaa) daakuu xaafiitti makuun ummataaf raabsaa turan too’annoo poolisii jala oolan. Mana kuusaa namoota kanneenii keessatti kuntaala daakuu 47 kan gosa baalaa fi mukaa daakamaa (saagaturaa) qofa of