HomeLaw & Justice (Page 4)

Law & Justice

Aadde Juweeriyaa Mohaammad Finfinnee Onkoloolessa 27, 2022: Miseensa koree jiddu galeessaa paartii Badhaadhinaafii miseensi mana maree naannoo Somaalii Aadde Juweeriyaa Mohaammad rasaasa poolisiin "ta'e jedhe" dhukaaseen ajjeefamuu Hogganaa itti aanaan Biiroo Nageenyaa naannichaa Obbo Mohaammad Gureey mirkaneessan. Aadde Juweeriyaa Mohaammad Kibxata Onkoloolessa 25 magaalaa gudditti

Read More

Finfinnee,Onkoloolessa 27/2022- Poolisiin Feederaalaa Itoophiyaa nama maqaasaa Saamu’eel Aguu’aala Alamuu jedhamu daldaala qarshii seeraan alaarra qarshii Biliyoona shanii ol ta’uun raawwachuun shakke too’annoo jala oolche. Koomishiniin Poolisiin Federaalaa ibsa Roobii baaseen,  Saamu’eel obboleettisaa Yoodit Aguu’aala Alamuu, namoota biroo  25 yakka kana  keessaa harka qabu jedhe wajjiin

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 26/2022 - Madaallii Ol’aantummaa Seeraa Pirojeektii Haqaa Addunyaa (WJP) bara 2022 Onkoloolessa 25 ba’e akka mul’isutti qabxiin madaallii ol’aantummaa seeraa Itoophiyaa waliigala Indeeksii bara kanaatiin 3.6% gadi bu’uu ibseera. Itoophiyaan qabxii madaallii kan bara darbe irraa sadarkaa tokkoon gadi bu’uun biyyoota addunyaa 140

Read More