HomeLaw & Justice (Page 8)

Law & Justice

Biruuk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee - Guraandhala 16/2023 - Jiraattonni magaalaa Walqixxee kan Godina Gurage naannoo uummattoota Kibbaa keessatti argamu Addis Standard’tti akka himanitti, humnoonni nageenyaa mormitoota jeerii kaanii duwwaa qabatanii rakkoo hanqina bishaan qulqulluu qaban mul’isuuf hiriira bahan irratti dhukaasa banuun namoonni jaha yoo ajjeefaman, namoonni

Read More

Utow Ukot Finfinnee, Guraandhala 09/2023 - Hidhattoonni gosa Murlee biyya Sudaan Kibbaa irraa gara Itoophiyaa, naannoo Gaambeellaatti ce’an namoota lama ajjeesuu fi tokko madeessuu Biiroon Nageenya naannichaa beeksiseera. Hidhattoonni kunneen Kibxata Guraandhala 07 galgala daangaa ce’uun godina Anyuwaak, aanaa Gog, ganda Utuyoo irratti haleellaa raawwachuun namoota

Read More

Simannaa Phaaphaasota haaraa Kutaa Lallaba Arsii Lixaatti ramadamaniif taasifame. Suuraa: Sinoodoosii Oromiyaa Finfinnee, Guraandhala 07/2023 - Poolisiin magaalaa Finfinnee ibsa kaleessa Guraandhala 06 galgala baaseen, kaleessa ganama daangaa magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa Oromiyaa gidduu iddoo Filiidoroo jedhamutti namootni mana kiristaanaa Lidataatti sassaabamanii “namootni hidhaman haa

Read More